world-service-rss

BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaa fi Ertiraan mariitti akka deebi’an Ameerikaan waamicha dhiyeessite

Itoophiyaa fi Ertiraan mariitti akka deebi'an Ameerikaan waamicha dhiyeessite

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 7:57:20 WD tti

Muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu adeemu kan ishee yaaddesse Ameerikaan biyyooti lameen lolarraa of qusachuun gara mariitti akka deebi’an waamicha dhiyeessite.

“Qaamni dhimma Itoophiyaa keessa seenu gatiisaa akka argatu shakkiin hin jiru”

"Qaamni dhimma Itoophiyaa keessa seenu gatiisaa akka argatu shakkiin hin jiru"

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 7:19:06 WD tti

Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa ce’uun waraana guyyoota darban gaggeeffaman keessatti hirmaachuu kan ibsan qondaalli olaanaan mootummaa Itoophiyaa Abraham Balaay (PhD) ‘‘deebiin mootummaa Itoophiyaa akkaan hamaa ta’a,’’ jedhan.

Biyyoonni Itoophiyaan himattu Masirii, Ertiraa fi Sudaan el-Alamiinitti maal mari’atan?

Biyyoonni Itoophiyaan himattu Masirii, Ertiraa fi Sudaan el-Alamiinitti maal mari'atan?

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 11:51:51 WD tti

Gaanfa Afrikaatti yeroo kamuu caalaa wayita walitti bu’iinsii fi muddamni hammaatee jirutti Masiriin hooggantoota naannawa kanaa michuuwwan ishee ta’an mariisisaa jirti.

Maqaleetti tajaajilli bilbilaafi intarneetii deebi’uu jiraattonni himan

Maqaleetti tajaajilli bilbilaafi intarneetii deebi'uu jiraattonni himan

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 10:40:56 WD tti

Magaalaa guddoo Naannoo Tigraayi Maqaleefi naannoosheetti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii guyyootaaf adda citee deebi’ee hojii jalqabuu jiraattonni BBC’n dubbise himan.

Dippiloomaasiin Itoophiyaafi Ertiraa waggoota 36 darban keessa eessaa ka’ee eessa gahe?

Dippiloomaasiin Itoophiyaafi Ertiraa waggoota 36 darban keessa eessaa ka'ee eessa gahe?

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 5:08:34 WD tti

Itoophiyaafi Ertiraan waggoota 36 darban keessa michuu dhiyootii hanga wal tumsuutti, darbee ammoo hanga waraanaatti qaqqabaniiru. Waraanaan booda ammoo hanga waggoota 20f dippilomaasiin walirraa fagaatee “ haala waraanas, nagaas hin ta’iin” keessa tureen booda araara buusuun hariiroon gidduu isaanii fooyya’iinsa agarsiiseera.

Pirezidant Shimallis waa’ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan?

Pirezidant Shimallis waa'ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan?

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 6:11:27 WD tti

Caffeen Oromiyaa torbaffaan kora jalqabaa kan bara hojii jalqabaa irratti wayita mootummaa haaraa hundeessu godinaalee Oromiyaa 21 turan ja’atti gurmeesseera. Caaseffama haaraa kana kanneen deeggaran akkuma jiran, mormiinis mudateera.

‘Dhiirri hundi gaheesaa bahachuu qaba’ -Dhiirota Afrikaa Kibbaa haleellaa saalaa dubartootaa hambisuuf tattaafatan

'Dhiirri hundi gaheesaa bahachuu qaba' -Dhiirota Afrikaa Kibbaa haleellaa saalaa dubartootaa hambisuuf tattaafatan

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 7:11:20 WD tti

“Dhiirota dubartoota reeban yeroo hundan arga “ jedha Kgomotso Mathekga, 30. “Keessumaa yoo lamaanuu machaa’aniiru taheef’”

Hidhattoonni Huutii Yaman kuusaa boba’aa Sa’uudii Arabiyaa magaalaa Riyaaditti argamu haleeluu ibsan

Hidhattoonni Huutii Yaman kuusaa boba'aa Sa'uudii Arabiyaa magaalaa Riyaaditti argamu haleeluu ibsan

__

Hidhattoonni Huutii Yaman kuusaa boba’aa magaalaa guddoo Sa’uudii Arabiyaa kan taate Riyaad keessatti argamu misaayelaa fi dirooniin haleeluu yoo ibsan mootummaan Sa’uudii waa’ee haleellaa kanaa waan jedhe hin qabu.

Gargaaraan paayiletii xiyyaara Flydubai keessatti paayiletii qottoodhaan rukute- Qondaala UAE

Gargaaraan paayiletii xiyyaara Flydubai keessatti paayiletii qottoodhaan rukute- Qondaala UAE

Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 6:24:04 WD tti

Gargaaraan paayiletii xiyyaara Flydubai gara Israa’el imalaa ture to’annaasaa jala oolchuun gara fedhetti qajeelchuuf yaale paayiletii xiyyaarichaa qottoodhaan rukutuu abbaan alangaa Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) ibse.

Humnoonni TPLF Maqalee gadhiisanii bahuun gabaafame

Humnoonni TPLF Maqalee gadhiisanii bahuun gabaafame

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 12:07:38 WB tti

Humnoonni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) magaalaa guddoo naannoo Tigraay, Maqalee gadhiisanii ba’uu isaanii gaazexeessitootaa fi jiraattota naannichaa eeruun burqaan oduu Faransaay AFPn gabaase.

‘Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta’u hawwina’ - Abbaa Gadaa Tuulamaa

'Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta'u hawwina' - Abbaa Gadaa Tuulamaa

Jimaata, Onkoloolessa 2, 2026 2:52:20 WB tti

Bara Gadaa isaaniitti Irreecha jalqabaa kan ta’e kanarratti dubbiin angafti isin labsitaniifi xiyyeeffannaan keessan bara kanaa maal jechuun BBCn Abbaa Gadaa Tuulamaa Geetuu Taliilaa gaafateera.

Pirezidant Isaayyaas gara Masiriitti imaluun ibsame

Pirezidant Isaayyaas gara Masiriitti imaluun ibsame

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 9:31:18 WD tti

Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwannaa hojiitiif gara Masiriitti imaluun ibsameera.

Muhoozii: ‘Yugaandaan Itoophiyaaf deeggarsa waraanaa kennuuf qophiidha’

Muhoozii: 'Yugaandaan Itoophiyaaf deeggarsa waraanaa kennuuf qophiidha'

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 10:48:10 WD tti

Ajajaan Waliigalaa Raayyaa Ittisa Yugaandaa, Jeneraal Muhoozi Kainerugabaa, yoo mootummaa Itoophiyaa irraa gaaffiin dhiyaate, Yugaandaan loltoota ishee gara Itoophiyaa erguuf qophii ta’uu ibse.

Irreecha kaleessaa fi har’a: Namni Irreecha dhufu akka baay’atuuf wareega galchaa turre

Irreecha kaleessaa fi har'a: Namni Irreecha dhufu akka baay'atuuf wareega galchaa turre

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 6:08:22 WD tti

Irreechi duudhaa sabni Oromoo akkaakilee fi abaabileen walirraa dhaalee har’aan baase ta’ulleen karaan irra dhufee sadarkaa ammaa kana gahe bu’aa bahii hedduu keessa lufeeti.

Adurree gurraacha ajaa’ibaa Afrikaa qofa keessatti argamu

Adurree gurraacha ajaa'ibaa Afrikaa qofa keessatti argamu

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 8:33:26 WD tti

Halkan yookaan guyyaa, adurree gurraacha takka argitanii beektuu? Adurree yeroo baay’ee daandii irratti ykn mana keessatti argamu sana isinitti hin fakkaatin. Kun adda dha — adurree bosonaa “black serval” jedhamtu. Adurreen gurraattiin bosona Afrikaa keessatti argamtu tun; miila dheeraa, gurra guddaa fi rifeensa guutummaatti gurraacha ta’e qabdi.

Beneshaangul Gumuzitti manni-barumsaa shamarranii Faaroo Homoshaa dorgommii idil-addunyaarratti sadarkaa xumuraatti ce’e

Beneshaangul Gumuzitti manni-barumsaa shamarranii Faaroo Homoshaa dorgommii idil-addunyaarratti sadarkaa xumuraatti ce'e

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 8:53:18 WD tti

Dorgommii kana waggaa waggaan kan qopheessu dhaabbata “T-Foor” jedhamu yoo ta’u, manni barumsaa bultii shamarranii Faaroo Homoshaa naannoo Beneshaangul Gumuz keessatti argamu kunis kaadhimamtoota filatama 10 keessaa tokko ta’uu danda’eera.

‘Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi’u kana booda abadan hin jiru’ - MM Abiy

'Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi'u kana booda abadan hin jiru' - MM Abiy

Jimaata, Onkoloolessa 2, 2026 9:01:26 WD tti

Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Abiy Ahmed, ayyaana Irreechaa boru kabajamu ilaalchisee ergaa dabarseen, uummanni Itoophiyaa tokkummaa isaa cimsatee nagaa, araaraa fi obbolummaa dagaagfachuu akka qabu waamicha dhiheesse.

Raashiyaan meeshaa waraanaa kamiyyuu fayyadamuuf qophiidha jechuun Puutin biyyoota Lixaa akeekkachiisan

Raashiyaan meeshaa waraanaa kamiyyuu fayyadamuuf qophiidha jechuun Puutin biyyoota Lixaa akeekkachiisan

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 5:22:31 WD tti

Raashiyaan naannooshee Kaaliningiraad jedhamurratti haleellaan kallattii kan raawwatamu yoo ta’e meeshaa waraanaa qabdu kamiyyuu akka fayyadamtu beeksifte.

Abbaan daa’imasaa ajjeessuu akka barbaadu ChatGPT’tti hime hidhame

Abbaan daa'imasaa ajjeessuu akka barbaadu ChatGPT'tti hime hidhame

Sanbata, Onkoloolessa 3, 2026 5:18:15 WD tti

Ergaa ati appiiwwan hubannoo namtolchee (AI) irratti barreessitu, ati qofti akka argitu yaaddaa? Qonnaan bulaan Biraazil tokko ChatGPT waliin ji’a lamaa ol ergaa wal jijjiiraa ture. Ergaawwan inni barreesse keessaa muraasni garuu poolisii biratti shakkii uumaniiru. “Anaa fi mucaa koo yoo ajjeeste, kuma 50 siif kennuufiin itti hime. Garuu daa’ima ajjeesuu hin barbaadu jedhe. Fedhiin nama ajjeesuu maalirraa akka maddu baruu barbaada. Namoonni yoo hiraaran arguun na gammachiisa.”

Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga’ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate

Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga'ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate

Jimaata, Onkoloolessa 2, 2026 5:36:40 WB tti

Jaarmiyaan idil-addunyaa mirga namoomaa f falmu kun ibsa Jimaata Onkoloolessa 2, 2026 baaseen erga waraanni haaraan jalqabamee kaasee dhukaasaa fi haleellaa qilleensaan qabeenyi namoota nagaa manca’uu, dirqamaan loltummaaf namoota fo’achuu, akkasumas gochawwan mirgoota namoomaa idil-addunyaa akka cabsanitti lakkaa’amuu danda’an ilaalchisee gabaasaaleen qabatamoo ta’an isa gahaa jiraachuu isaas ibseera.

Humnoonni Tigraay buufata xiyyaaraa Maqalee jiru ‘to’achuu’ booda balaliin haqame

Humnoonni Tigraay buufata xiyyaaraa Maqalee jiru 'to'achuu' booda balaliin haqame

Roobii, Fulbaana 23, 2026 8:56:31 WD tti

Humnoonni Tigraay guyyaa Roobii ganama buufata xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa magaalaa Maqalee jiru to’achuun isaanii erga dhagahamee booda balaliin gara Tigraayitti taasifaman adda citan.

'’Jigiidha’’ - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

Kibxata, Fulbaana 22, 2026 4:43:46 WD tti

Akka xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad jedhutti, wal ta’iinsi hidhattoota kanaa ‘‘tumsa sirna ijaaruu osoo hin ta’in tumsa sirna diiguu qofa’’ dha.

Walta’iinsi hidhattoonni taasisan ‘qilleensarra qofa jira’ - Jen. Hayiluu Gonfaa

Walta'iinsi hidhattoonni taasisan 'qilleensarra qofa jira' - Jen. Hayiluu Gonfaa

Roobii, Fulbaana 23, 2026 4:40:57 WD tti

Itoophiyaa;- Tibbana hidhattoonni Itoophiyaa torba waraanaan mootummaa aangoorraa buusuuf qindoomuu isaani ilaalchisee waanti gama mootumman jedhame maali?

Dhimma nageenya irratti gorsaa Perizdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan ta’an Birgaadir Jeneraal Hayiluu Gonfaa waanti jedhan kunooti.

Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

Wiixata, Fulbaana 21, 2026 6:50:51 WD tti

Hidhattoonni Itoophiyaa keessa socho’an torba ‘‘dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu’’ jechuun maqaa Tibibbir Lehilliwunnaa jedhuun qindoomina haaraa uummachuu Hoogganaan Sochii Biyyaaleessaa Faannoo Amaaraa Obbo Zammanee Kaasee miidiyaa Tigraay irratti ibse.

‘Waan akkasii arginees, eegnees hin beeknu’ - Qonnaan bultoota midhaan facaasan lafaa ol hin ba’in hafe

'Waan akkasii arginees, eegnees hin beeknu' - Qonnaan bultoota midhaan facaasan lafaa ol hin ba'in hafe

Sanbata, Fulbaana 19, 2026 5:12:43 WD tti

Ongeen kanaan dura bakkaa bakkatti darbee darbee mul’ata kan jedhu jiraataan aanaa Bookee kun, kan baranaa kun guutummaatti ta’uus hima.

Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa

Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa

Jimaata, Mudde 6, 2024 8:50:15 WD tti

Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.

Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste

Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste

Sanbata, Fulbaana 19, 2026 7:54:48 WD tti

Bulchiinsi Pirezidaant Donald Tiraamp qoqqobbii humna Ittisaa Ertiraa fi dhaabbilee biyyattii tokko tokkorra kaa’amee ture kaasuu beeksise. Murteen kun Jimaata, kaleessaa Fulbaana 18, 2026, Ameerikaadhan beeksifame.

ABO-WBO dhimma Gamtaa Tsimdoo fi ‘Faannoo’ Wallaggaa irratti maal jedhe?

ABO-WBO dhimma Gamtaa Tsimdoo fi 'Faannoo' Wallaggaa irratti maal jedhe?

Jimaata, Fulbaana 18, 2026 10:29:00 WD tti

ABO-WBO gamtaa humnoota mootummaa Itoophiyaa mormuuf ijaaramanii Tsimdoo jedhamu keessa akka hin jirre ibse.

Baqattoonni Itoophiyaa waraana Huutii gidduutti danqaman birmannaa gaafatan

Baqattoonni Itoophiyaa waraana Huutii gidduutti danqaman birmannaa gaafatan

Kamisa, Fulbaana 17, 2026 10:14:56 WD tti

Baqattoonni Itoophiyaa Yaman jiran waraana Huutii akkaan babal’ataa jiru gidduutti danqaman birmannaa gaafataa jiru. Magaalaa Sana’aa qabatanii kan jiran hidhattoonni Huutii kutaaleen Yaman gara kaabaa hedduunis to’annoosaanii jala jira.

‘Harka keenya galeera, ABO-WBO beektaa naan jedhe’ - Maatiin Obbo Daani’el maal jedhu?

'Harka keenya galeera, ABO-WBO beektaa naan jedhe' - Maatiin Obbo Daani'el maal jedhu?

Roobii, Fulbaana 16, 2026 4:29:56 WD tti

Haleellaa hidhattoonni Godina Wallagga Lixaa Aanaa Ganjii warshaa oomisha warqii Tulluu Kaappiitti raawwataniin maatiin miseensa maatii dhaban akka qoratamu gaafatan.

Obbo Taayyee Danda’aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee?

Obbo Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee?

Kibxata, Fulbaana 15, 2026 9:36:54 WD tti

Obbo Taayyee Danda’aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee? Hidhamtoonni himanni isaanii akka adda cituuf haaldureen mootuummaan kaa’e maali?

Fiigicha badhaasa hanga birrii miiliyoona 1 argamsiisu dabalatee taateewwan Irreechaa ijoo

Fiigicha badhaasa hanga birrii miiliyoona 1 argamsiisu dabalatee taateewwan Irreechaa ijoo

Kamisa, Onkoloolessa 1, 2026 12:14:43 WB tti

Irreecha bara 2026 waliin walqabatee taateewwan adda addaa magaalota Finfinnee fi Bishooftuu dabalatee kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti gaggeeffamaa jira.

Atileet Tigist maraatoonii Barliin irratti erga miidhamtee maal keessa jirti, egeree isheef yaaddessaadhaa?

Atileet Tigist maraatoonii Barliin irratti erga miidhamtee maal keessa jirti, egeree isheef yaaddessaadhaa?

Roobii, Fulbaana 30, 2026 4:37:55 WD tti

Atleet Tigist Asaffaa erga maraatoonii Barliin irratti miidhaan isheerra gaheen booda wallaansa baqsanii yaaluu milkaa’aa ta’e gaafa Wixataa taasifachuu ishee leenjisaan ishee BBCtti himeera.

‘Siitiin waancaawwan injifate akka dhabu yoo murtaahes Yunaayitidiif hin malu’- Rooniy

'Siitiin waancaawwan injifate akka dhabu yoo murtaahes Yunaayitidiif hin malu'- Rooniy

Kibxata, Fulbaana 29, 2026 3:12:28 WB tti

Maanchister Siitiin himannaawwan seera faayinaansii cabsuun irratti dhiyaateen badiin irratti argamuu booda waancaa mo’ate akka dhabu yoo ta’e waancaan kamuu Yunaayitidiif hin maluu jedhe taphataan duraanii garichaa Waaynii Rooniy.

Haakariin Maanchistar Siitii barbadeessuuf yaale Ruyii Piintoo eenyu?

Haakariin Maanchistar Siitii barbadeessuuf yaale Ruyii Piintoo eenyu?

Kibxata, Fulbaana 29, 2026 4:26:24 WD tti

Maqaan Ruyii Piintoo jedhamu maqaa deeggartoonni Maanchistar Siitii akkaan beekanidha. Deeggartoonni kilabichaa maqaa nama kanaa qofa osoo hintaanee hojiisaas sirriitti beeku. Piintoon haakarii lammii Porchugaal kilaba kubbaa miilaa beekamaa Maanchistar Siitii galaafachuuf yaaledha.

Hireen Maan Siitii itti aanu maal ta’a? Gadi bu’uu? Waancaan irraa fudhatamuu? Ol iyyachuu?

Hireen Maan Siitii itti aanu maal ta'a? Gadi bu'uu? Waancaan irraa fudhatamuu? Ol iyyachuu?

Sanbata, Fulbaana 26, 2026 8:21:02 WD tti

Seera maallaqaa Piriimer Liigii cabse jedhamuun Maanchester Siitiirratti himannaawwan 115 waggaa lamaa oliif irratti dhiyaate dhumarratti murtee argateera.

‘Kallattii jireenyaa koo kan jijjiirte haadha manaa kooti’

'Kallattii jireenyaa koo kan jijjiirte haadha manaa kooti'

Wiixata, Fulbaana 21, 2026 5:34:59 WD tti

Addunyaa kubbaa miillaa keessatti Mikeel Arteetaa akka taphataattis akka leenjisaattis beekna, garuu gameessi kubbaa miillaa kun eenyu?

‘Biraayitan Arsenaal ciibsee irra deeme’ - Alan Shiirar

'Biraayitan Arsenaal ciibsee irra deeme' - Alan Shiirar

Dilbata, Fulbaana 20, 2026 6:33:13 WD tti

Dorgommiin Piriimeerliigii Ingiliz baranaa erga eegalee Arsenaal tapha Sambata Biraayitan waliin taasiseen 3-0dhaan mo’amuu osoo hin taane, gahuumsa gadaanaa kan itti agarsiisedha.

Biraayiten V Arsenaal: Kanaafi tapha biroo AI fi Saatan kennan maal fakkaata?

Biraayiten V Arsenaal: Kanaafi tapha biroo AI fi Saatan kennan maal fakkaata?

Jimaata, Fulbaana 18, 2026 3:30:25 WB tti

Taphoota kilaboota Piriimer Liigii Jimaata galgala irraa kaasee dhum-torbee kana gaggeeffaman keessaa kan Arsenaal gara dirree Biraayiten deemuun taphatu akkaan warra eegaman keessaati.

Kaarik ammallee ‘dhiibbaan na dhiphisu hin jiru’ jechaa jira, garuu dhiphachuu hin qabuu?

Kaarik ammallee 'dhiibbaan na dhiphisu hin jiru' jechaa jira, garuu dhiphachuu hin qabuu?

Kamisa, Fulbaana 17, 2026 6:53:10 WD tti

Maanchester Yunaayitid Roobii galgala taph Karabaa’oo Kaap marsaa duraarratti Biraayitaniin 3 fi 2’n mo’amee keessaa baheera. Kun ammoo Fulbaana 4 bara 1976 booda yeroo jalqabaatiif dirree isaarratti goolii 2 fi 0n dursaa osoo jiru mo’amuu isaati.